Aarii garmalee , miidhaa Aariin fiduufi aarii akkamitti to’achuu dandeenya?

Aarii garmalee , miidhaa Aariin fiduufi aarii akkamitti to’achuu dandeenya? Dhala namaa tahee kan hin aarre hin jiru. Garuu aariin keenya aarii akkamiiti?. Sababni aarruufihoo maali? Mataa ofi hubatanii amala tasgabbiifi nageenya qabachuun mira aariifi diinummaa to’achuun ni danda’ama. Utuu hin aariin dura irra deebi’ii yaadi sababni isaa amala kan ukkaamsuufi dhabamsiisuun ni danda’ama. Maaliif […]

Aarii garmalee , miidhaa Aariin fiduufi aarii akkamitti to’achuu dandeenya? Read More »