Home » Archives for March 2023

March 2023

Istaadiyeemii dhukkubaa irraa of to’adhu.

Amala ofii to’achuu shaakaluun wan coomaa namni dirqamaan gochuu qabudha. Namoonni baay’een amaloota isaanii isaan dirqisiisan warra akka fedha nyaata, araada xuuxxa, dhugaatii fi saal qunnamtii wajjin wal’aanso qabu. Nyaanni namoota addunya kana garri caalan isaanii akka furdatan taasisa. Namoonni baay’een beelaaf utuu hin taanee, fedha isaani to’achuu dadhabanii baay’isanii nyaatu. Warri xuuxan warra hin […]

Istaadiyeemii dhukkubaa irraa of to’adhu. Read More »

Back Pain

Dhukkubbii dugdaafi furmaata isaa

Baay’een keenya yoo xiqqaate si’a tokko dhukkubbii dugdaaf saaxilamneerra. Namoonni baay’eeniis dugdi isaanii yoo isaan dhukkube kaleekoo na dhukkube jechuun himatu. Dhukkubbii dugdaa kan namatti fidu dhukkuba kalee qofa osoo hin taane dhibee baay’eedha. Dugdi keenya lafeewwan dugugguruu dugdaa, maashaawwaan, hidda dhigaa, narviiwwaniif ribuuwwan garaagaraa waan ofkeessatti qabatuuf rakkoon fayyaa wantoota kanarra yoo qaqqabe dugdi

Dhukkubbii dugdaafi furmaata isaa Read More »

Rakkoo kahu dhabu

Rakkoo kahuu dhabuu qaama saalaa dhiiraa fi furmaatasaa

Qaamni saalaa dhiiraa qaama lallaafaa maashaawwan, kaartileeji, ujummoo fincaanii, ujummoowwan dhiigaafi narviiwwan garaagaraa of-keessaa qaba. Qaamni saalaa dhiiraa seeliiwwan dhifamuu ykn diriiruu danda’an of-keessaa qaba. Maashaawwan qaama saalaa keessatti argaman gidduu bakki duwwaa ykn space kan ujummoon dhiiga qulqulluu onneerraa fuudhame raabsuuf akkasumas dhiiga qulqulluu hin taane ammoo naannoo qaama saalaa irraa fuudhee gara onneefi

Rakkoo kahuu dhabuu qaama saalaa dhiiraa fi furmaatasaa Read More »

Umrii malee aarri

Umurii malee namni maaf aarrii baasa?

Umurii malee namni maaf aarrii baasa Aarriin umuruu waliin wal qabataa? Deebiin , Eeeyyes , lakkis jechuu dandeenya. Umurii dargaggummaa ykn umurii ga’eessaa geessanii utuu hangafni keessan ykn maatiin keessan aarii hin basin aarrii baastaniittuu? ykn nama umurii dargagummaatti aarri baase argitanii? Kun maaliirraa kan kahe namatti dhufa? Maaltu umurii malee aarrii nama baasisa? Akkamittis

Umurii malee namni maaf aarrii baasa? Read More »

Scroll to Top