Home » Archives for April 2023

April 2023

dhala dhabu

Maseenummaa/Dhala godhachuu dhabuu maaltu fida ?

Maseenummaa/Dhala godhachuu dhabuu maaltu fida Wantoota maseenummaa/dhala godhachuu dhabuu dhiiraa fidan Yeroo baay’ee hawaasa keenya biratti dhala dhabuun rakkoon dubartootaa qofa akka ta’etti ilaalama. Garuu rakkoon kun gama saala lameeniin kan mul’atu taha. Dhala godhachuu dhabuu dhiirootaaf kan nama saaxilan keessaa tokko hir’achuu baay’ina ispeermiidha. Wantoonni Kanaaf nama saaxilan:- Infeekshinii keessoo cidhaan dhiiraa(epididimo orchitis) Wantoota […]

Maseenummaa/Dhala godhachuu dhabuu maaltu fida ? Read More »

Sammuu ijoollee gabbisuuf maal gochuu qabna ?

Sammuu ijoollee gabbisuuf maal gochuu qabna ? 1. Hirriba Gaarii : Maatiif ijoollee raffisuun hojii guddaa tahuu danda’a. Hirribni sammuu daa’imaa gabbisuuf raffisuun gaariidha. 2. Muuziqaa : Keemikaalli doppaamiin jedhamuufi miira gaarii akka nutti dhagahamu taasisu yeroo muuziqaa dhaggeeffannu akka argannu ni hima. Ijoolleen of-ibsuufi haasa’uun yoo isaan rakkise muuziqaa itti banuun sammuun isaanii akka

Sammuu ijoollee gabbisuuf maal gochuu qabna ? Read More »

Rakkoo dafanii dhangalaasu

Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiirootaa

Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiirootaa Wal-qunnamtiin saalaa miira dhalaaf dhiirri tokko ittii gammadan keessaa tokkodha. Yeroo wal-qunnamtii saalaa yeroo dhiirri miira keessa galu fedhiin isaa amma sanyiin dhiiraa ykn ispeermiin irraa bahuutti ni dabala. Erga sanyiin dhiiraa ykn ispeermiin irraa ba’ee booda fedhiin isaa gadi bu’a, akkasumas qaamni saalaa isaa ka’ee tures humna

Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiirootaa Read More »

Facial Acne

Furmaata Finniisa Fuulaa

Gogaa keenya jalatti wantoota hedduuutu argama. Wantoota gogaa keenya jalatti argaman keessaa muraasni kanneen akka, xannachoota xixxiqqoo, hiddoota dhiigaa, narviiwwan, foolikilii rifeensaafaadha. Gogaan keenya qaawwa xixiqqoo ija keenyaan hin argamne ofirraa qaba. Finniisni kan nama qabu, sababa qaawwi gogaa keenyarratti argamu cufamuurraan kan ka’e kan dhufudha. Qaawwi gogaan kunis kan cufamuu danda’u karaa seelota gogaa

Furmaata Finniisa Fuulaa Read More »

Beauty of face tips

Bareedina fuula keenyaaf (For the beauty of our face)

Bareedina gogaa qaama keenyaa Uumaan keenya gogaa qaamaa keenyaa bareechee nu uume. Bareedina fi qulqullina gogaa jechuun bifa magaalaa, diimaa ykn Adii qabaachuu osoo hin taane gogaan keenya bareedaa, lallaafaafi Kan ofirraa madaa, bugurii fi kkf hin qabnedha. Wantoota nuti Guyyaa guyyaan goonu, nyaannu fi dhugnu Bareedina fuula keenyaa irratti dhiibbaa ni qabu Mee Bareedina

Bareedina fuula keenyaaf (For the beauty of our face) Read More »

Scroll to Top