Rakkoo baay’ee turanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiiraa(Delayed ejaculation)
Akkuma beekamu yeroo wal qunnamtii saalaa yeroon inni sirrii(normal) dhiirri tokko sanyii dhiiraa(ispeermii) dhangalaasu daqiiqaa 1 fi isaa oli. Darbee darbee namoonni muraasni tasumaa kan hin dhagalaasne yoo jiraatan kaanimmoo walitti fuufinsan daqiiqaa 30 olii booda dhangalaasu. Kanaaf namni tokko tokko walitti fufiinsaan daqiiqaa 30 olii booda turee yoo dhangalaase rakkoo baay’ee turanii dhangalaasuu (delayed […]