Home » Archives for June 2023

June 2023

Qorichaa qaama saalaa kaasuu hedduminaan fayyadamuun yaaddeessaa tahaa dhufeera

Qorichaa qaama saalaa kaasuu hedduminaan fayyadamuun yaaddeessaa tahaa dhufeera Yeroo amma kana qorichoota baayinaan biyya keenya keessaati gurguramaa jiru keessaa tokko qorichaa qaama saalaa dhiiraa laafe kaasu Vaayigiraa jedhamudha. Qorichi kun haala nama yaaddeessuun irra caalaatti dargaggoonni keenya hedduminaan fayyadamaa jiru. Mee waa’ee qorichaa kanaa waliin haa ilaallu Qorichii Vaayigiraa ykn Siildenaafil jedhamu kun ogeessa […]

Qorichaa qaama saalaa kaasuu hedduminaan fayyadamuun yaaddeessaa tahaa dhufeera Read More »

Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu

Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu Akkuma beekamu dacheen Oromiyaa keenyaa laftishee baay’een kan maangoon uwwifamtedha. Namoonni baay’eenis maangoo soorachuuf akka salphaatti argachuu danda’u. Maangoon mootii ykn hangafa kuduraaf muduraa jedhamee beekama. Maangoon albuudota fi vitaminoota hedduus of keessaa waan qabuuf fayyaa fi ijaarsa qaama keenyaa keessatti qooda guddaa fudhata Faayidaawwan maangoo kunniinis: 1. Dhibee kaanserii

Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu Read More »

Infeekshinii Kalee fi Afuuffee Fincaanii

Kaleen keenya kutaa qaama keenyaa keessaa gara walakkeessa cinaacha keenya bitaafi mirgatti kan argamudha. Namni uumamaan kalee lama qaba. Garuu namoota baay’ee muraasa ta’anirratti uumamumaan namni kalee tokkoon dhalatu ykn kaleen isaa gadi bu’ee dhalatu jira. Kaleen keenya dhiiga onneerraa madduun gara kalee keenyaa deeman erga dhimbiibee /calalee booda wantoota xuraa’aa qaama keenya keessa jiran

Infeekshinii Kalee fi Afuuffee Fincaanii Read More »

Obboleessakoon

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige Maatii isheef nama sadaffaadha. Guyyaa tokko bakka namni hin jirretti obboleessi ishee duubaan maree kuffisee gudeeduuf yaale. Erga uffata humnan irraa baasee, wal’aansoo fi cinninnaa hedduu booda injifattee jalaa baate. Wal’aansoon kun irra deddeebi’ee ishee mudannaan icciita ishee kana dhokfattee, adaada ishee bira teessee barachuu murteeffatte. Halkan dukkana ni sodaatti

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige Read More »

Scroll to Top