Home » Archives for October 2023

October 2023

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu Wal qunnamtiin saalaa miira uumamaan namaaf kennameefi gaa’ela keenya bareechan keessaa tokkodha. Dubartoonni baay’een rakkoo hir’achuu fedhii wal-qunnamtii saalaa ykn wal qunnamtii saalaatti gammaduu dhabuu isaan mudata. Dubartiin tokko rakkoon akkasii ishee mudateera jechuuf wal-qunnamtii saalaa abbaa manaa ishee waliin raawwattutti gammachuu kan hin qabneefi fedhii saala abbaa manaa ishee guutuuf […]

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu Read More »

Dhibeen Vaayirasii Tiruu namoota hedduu miidhaa jira

Dhibeen Vaayirasii Tiruu namoota hedduu miidhaa jira Dhukkubni tiruu kan” viral hepatitis” jedhamu gosoota vaayiresii shan (hepatitis A, hepatitis B, hepatitis C, hepatitis D fi hepatitis E virus) irraan kan nama qabu yoo ta’u, rakkoo tiruu yeroo dheeraa kan fidan hepatitis B fi C qofadha. Yeroo amma vaayiresiin sodaachisaa fi biyya keenya keessattis lubbuu hedduu

Dhibeen Vaayirasii Tiruu namoota hedduu miidhaa jira Read More »

Infeekshinii Kaleefi Afuuffee Fincaanii(Urinary tract infection)

Infeekshinii Kaleefi Afuuffee Fincaanii(Urinary tract infection) Kaleen  keenya kutaa qaama keenyaa keessaa gara walakkeessa cinaacha keenya bitaafi mirgatti kan argamudha. Namni uumamaan kalee lama qaba. Garuu namoota baay’ee muraasa ta’anirratti uumamumaan namni kalee tokkoon dhalatu ykn kaleen isaa gadi bu’ee dhalatu jira. Kaleen keenya dhiiga onneerraa madduun gara kalee keenyaa deeman erga dhimbiibee /calalee booda

Infeekshinii Kaleefi Afuuffee Fincaanii(Urinary tract infection) Read More »

Scroll to Top