Home » Health News

Health News

Umrii malee aarri

Umurii malee namni maaf aarrii baasa?

Umurii malee namni maaf aarrii baasa Aarriin umuruu waliin wal qabataa? Deebiin , Eeeyyes , lakkis jechuu dandeenya. Umurii dargaggummaa ykn umurii ga’eessaa geessanii utuu hangafni keessan ykn maatiin keessan aarii hin basin aarrii baastaniittuu? ykn nama umurii dargagummaatti aarri baase argitanii? Kun maaliirraa kan kahe namatti dhufa? Maaltu umurii malee aarrii nama baasisa? Akkamittis […]

Umurii malee namni maaf aarrii baasa? Read More »

Hirriba dhabu

Hirriba Dhabuu fi furmaata isaa

Hirribni jiruu dhala namaa kessatti bakka ol’aanaa kan qabuufi namni tokko walumaa galatti hirriba osoo hin rafiin akka lubbuun jiraachuu hindandeenye beekamaadha. Haa ta’uu garuu turtiin dheerina hirribaa, yeroon hirriba itti rafnu, akkasumas qulqullinni hirribaa namaa namatti akkasumas umurii dhaan garaagarummaa guddaa qaba. Fakkenyaaf daa’imni xiqqoon yeroo ishii dheeraa hirriba irratti kan dabarsitu yoo ta’u

Hirriba Dhabuu fi furmaata isaa Read More »

Aarii garmalee , miidhaa Aariin fiduufi aarii akkamitti to’achuu dandeenya?

Aarii garmalee , miidhaa Aariin fiduufi aarii akkamitti to’achuu dandeenya? Dhala namaa tahee kan hin aarre hin jiru. Garuu aariin keenya aarii akkamiiti?. Sababni aarruufihoo maali? Mataa ofi hubatanii amala tasgabbiifi nageenya qabachuun mira aariifi diinummaa to’achuun ni danda’ama. Utuu hin aariin dura irra deebi’ii yaadi sababni isaa amala kan ukkaamsuufi dhabamsiisuun ni danda’ama. Maaliif

Aarii garmalee , miidhaa Aariin fiduufi aarii akkamitti to’achuu dandeenya? Read More »

Scroll to Top