Home » Health Tips » General Health

General Health

Infeekshinii Kaleefi Afuuffee Fincaanii(Urinary tract infection)

Infeekshinii Kaleefi Afuuffee Fincaanii(Urinary tract infection) Kaleen  keenya kutaa qaama keenyaa keessaa gara walakkeessa cinaacha keenya bitaafi mirgatti kan argamudha. Namni uumamaan kalee lama qaba. Garuu namoota baay’ee muraasa ta’anirratti uumamumaan namni kalee tokkoon dhalatu ykn kaleen isaa gadi bu’ee dhalatu jira. Kaleen keenya dhiiga onneerraa madduun gara kalee keenyaa deeman erga dhimbiibee /calalee booda […]

Infeekshinii Kaleefi Afuuffee Fincaanii(Urinary tract infection) Read More »

Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu

Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu Akkuma beekamu dacheen Oromiyaa keenyaa laftishee baay’een kan maangoon uwwifamtedha. Namoonni baay’eenis maangoo soorachuuf akka salphaatti argachuu danda’u. Maangoon mootii ykn hangafa kuduraaf muduraa jedhamee beekama. Maangoon albuudota fi vitaminoota hedduus of keessaa waan qabuuf fayyaa fi ijaarsa qaama keenyaa keessatti qooda guddaa fudhata Faayidaawwan maangoo kunniinis: 1. Dhibee kaanserii

Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu Read More »

Infeekshinii Kalee fi Afuuffee Fincaanii

Kaleen keenya kutaa qaama keenyaa keessaa gara walakkeessa cinaacha keenya bitaafi mirgatti kan argamudha. Namni uumamaan kalee lama qaba. Garuu namoota baay’ee muraasa ta’anirratti uumamumaan namni kalee tokkoon dhalatu ykn kaleen isaa gadi bu’ee dhalatu jira. Kaleen keenya dhiiga onneerraa madduun gara kalee keenyaa deeman erga dhimbiibee /calalee booda wantoota xuraa’aa qaama keenya keessa jiran

Infeekshinii Kalee fi Afuuffee Fincaanii Read More »

Obboleessakoon

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige Maatii isheef nama sadaffaadha. Guyyaa tokko bakka namni hin jirretti obboleessi ishee duubaan maree kuffisee gudeeduuf yaale. Erga uffata humnan irraa baasee, wal’aansoo fi cinninnaa hedduu booda injifattee jalaa baate. Wal’aansoon kun irra deddeebi’ee ishee mudannaan icciita ishee kana dhokfattee, adaada ishee bira teessee barachuu murteeffatte. Halkan dukkana ni sodaatti

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige Read More »

Rifeensa mata

Rifeensa keenya wantoota miidhaniif balleessan

Rifeensi namoota hedduu ni caccaba, ni harca’a, ni haphata, hooqsisa, dafee irraa dhuma, aarrii baasa akkasumas hin guddatu.  Mee maaltu kana nutti fida. Wantoota nuti guyyaa guyyaan goonu , nyaannu, fayyadamnuf dibannu tokko tokko utuu hin beekin rifeensa mataa keenyaarratti dhiibbaa garagaraa geessisu . Mee qabxiiwan 12 kanneen rakkoo kana nutti fidan waliin haa ilaallu

Rifeensa keenya wantoota miidhaniif balleessan Read More »

Facial Acne

Furmaata Finniisa Fuulaa

Gogaa keenya jalatti wantoota hedduuutu argama. Wantoota gogaa keenya jalatti argaman keessaa muraasni kanneen akka, xannachoota xixxiqqoo, hiddoota dhiigaa, narviiwwan, foolikilii rifeensaafaadha. Gogaan keenya qaawwa xixiqqoo ija keenyaan hin argamne ofirraa qaba. Finniisni kan nama qabu, sababa qaawwi gogaa keenyarratti argamu cufamuurraan kan ka’e kan dhufudha. Qaawwi gogaan kunis kan cufamuu danda’u karaa seelota gogaa

Furmaata Finniisa Fuulaa Read More »

Beauty of face tips

Bareedina fuula keenyaaf (For the beauty of our face)

Bareedina gogaa qaama keenyaa Uumaan keenya gogaa qaamaa keenyaa bareechee nu uume. Bareedina fi qulqullina gogaa jechuun bifa magaalaa, diimaa ykn Adii qabaachuu osoo hin taane gogaan keenya bareedaa, lallaafaafi Kan ofirraa madaa, bugurii fi kkf hin qabnedha. Wantoota nuti Guyyaa guyyaan goonu, nyaannu fi dhugnu Bareedina fuula keenyaa irratti dhiibbaa ni qabu Mee Bareedina

Bareedina fuula keenyaaf (For the beauty of our face) Read More »

Back Pain

Dhukkubbii dugdaafi furmaata isaa

Baay’een keenya yoo xiqqaate si’a tokko dhukkubbii dugdaaf saaxilamneerra. Namoonni baay’eeniis dugdi isaanii yoo isaan dhukkube kaleekoo na dhukkube jechuun himatu. Dhukkubbii dugdaa kan namatti fidu dhukkuba kalee qofa osoo hin taane dhibee baay’eedha. Dugdi keenya lafeewwan dugugguruu dugdaa, maashaawwaan, hidda dhigaa, narviiwwaniif ribuuwwan garaagaraa waan ofkeessatti qabatuuf rakkoon fayyaa wantoota kanarra yoo qaqqabe dugdi

Dhukkubbii dugdaafi furmaata isaa Read More »

Umrii malee aarri

Umurii malee namni maaf aarrii baasa?

Umurii malee namni maaf aarrii baasa Aarriin umuruu waliin wal qabataa? Deebiin , Eeeyyes , lakkis jechuu dandeenya. Umurii dargaggummaa ykn umurii ga’eessaa geessanii utuu hangafni keessan ykn maatiin keessan aarii hin basin aarrii baastaniittuu? ykn nama umurii dargagummaatti aarri baase argitanii? Kun maaliirraa kan kahe namatti dhufa? Maaltu umurii malee aarrii nama baasisa? Akkamittis

Umurii malee namni maaf aarrii baasa? Read More »

Cirraacha kalee

Cirracha Kaleefi yaalii isaa

Sababa jijjiirama haala jireenyaa (life style modification) irraan kan ka’e, yeroo amma kana cirrachi kalee addunyaa keenyaarratti baay’ee babal’achaa jira. Cirrachi kalees hammaan guddachaa yoo deeme, karaa itti xuraa’aa kaleen keenya dhimbiibdee /calaltee gara alaatti dhabamsiistu cufuun dadhabbii kaleef nu saaxiluu danda’a. Wantootni cirracha kaleef nu saaxilan maalfaadha? Bishaan hamma barbaachisu ykn gahaa ta’e dhuguu dhiisuu.

Cirracha Kaleefi yaalii isaa Read More »

Scroll to Top