Home » Health Tips » Men's Health

Men’s Health

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu Wal qunnamtiin saalaa miira uumamaan namaaf kennameefi gaa’ela keenya bareechan keessaa tokkodha. Dubartoonni baay’een rakkoo hir’achuu fedhii wal-qunnamtii saalaa ykn wal qunnamtii saalaatti gammaduu dhabuu isaan mudata. Dubartiin tokko rakkoon akkasii ishee mudateera jechuuf wal-qunnamtii saalaa abbaa manaa ishee waliin raawwattutti gammachuu kan hin qabneefi fedhii saala abbaa manaa ishee guutuuf […]

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu Read More »

Rakkoo baay’ee turanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiiraa(Delayed ejaculation)

Akkuma beekamu yeroo wal qunnamtii saalaa yeroon inni sirrii(normal) dhiirri tokko sanyii dhiiraa(ispeermii) dhangalaasu daqiiqaa 1 fi isaa oli. Darbee darbee namoonni muraasni tasumaa kan hin dhagalaasne yoo jiraatan kaanimmoo walitti fuufinsan daqiiqaa 30 olii booda dhangalaasu. Kanaaf namni tokko tokko walitti fufiinsaan daqiiqaa 30 olii booda turee yoo dhangalaase rakkoo baay’ee turanii dhangalaasuu (delayed

Rakkoo baay’ee turanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiiraa(Delayed ejaculation) Read More »

Rakkoo dafanii dhangalaasu

Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiirootaa

Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiirootaa Wal-qunnamtiin saalaa miira dhalaaf dhiirri tokko ittii gammadan keessaa tokkodha. Yeroo wal-qunnamtii saalaa yeroo dhiirri miira keessa galu fedhiin isaa amma sanyiin dhiiraa ykn ispeermiin irraa bahuutti ni dabala. Erga sanyiin dhiiraa ykn ispeermiin irraa ba’ee booda fedhiin isaa gadi bu’a, akkasumas qaamni saalaa isaa ka’ee tures humna

Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiirootaa Read More »

Rakkoo kahu dhabu

Rakkoo kahuu dhabuu qaama saalaa dhiiraa fi furmaatasaa

Qaamni saalaa dhiiraa qaama lallaafaa maashaawwan, kaartileeji, ujummoo fincaanii, ujummoowwan dhiigaafi narviiwwan garaagaraa of-keessaa qaba. Qaamni saalaa dhiiraa seeliiwwan dhifamuu ykn diriiruu danda’an of-keessaa qaba. Maashaawwan qaama saalaa keessatti argaman gidduu bakki duwwaa ykn space kan ujummoon dhiiga qulqulluu onneerraa fuudhame raabsuuf akkasumas dhiiga qulqulluu hin taane ammoo naannoo qaama saalaa irraa fuudhee gara onneefi

Rakkoo kahuu dhabuu qaama saalaa dhiiraa fi furmaatasaa Read More »

Umrii malee aarri

Umurii malee namni maaf aarrii baasa?

Umurii malee namni maaf aarrii baasa Aarriin umuruu waliin wal qabataa? Deebiin , Eeeyyes , lakkis jechuu dandeenya. Umurii dargaggummaa ykn umurii ga’eessaa geessanii utuu hangafni keessan ykn maatiin keessan aarii hin basin aarrii baastaniittuu? ykn nama umurii dargagummaatti aarri baase argitanii? Kun maaliirraa kan kahe namatti dhufa? Maaltu umurii malee aarrii nama baasisa? Akkamittis

Umurii malee namni maaf aarrii baasa? Read More »

Scroll to Top