Home » Health Tips » Mental Health

Mental Health

Obboleessakoon

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige Maatii isheef nama sadaffaadha. Guyyaa tokko bakka namni hin jirretti obboleessi ishee duubaan maree kuffisee gudeeduuf yaale. Erga uffata humnan irraa baasee, wal’aansoo fi cinninnaa hedduu booda injifattee jalaa baate. Wal’aansoon kun irra deddeebi’ee ishee mudannaan icciita ishee kana dhokfattee, adaada ishee bira teessee barachuu murteeffatte. Halkan dukkana ni sodaatti […]

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige Read More »

Rakkoorra baradhaa

Seenakoo kanarraa baradhaa

Leelliseen jedhama. lafan itti dhaladhee guddadhe bulchiinsa magaalaa Hoolataa ganda Galgal Kuyyuu keessa waggoota digdamii sadii oliif jiraadhee jira. Baroota kana keessatti bu’aa ba’ii jireenyaa, mucucoo abdii kutannaa fi ededa bahuuf ulfaatu heedduu tarkaanfadheera. Tarkaanfiwwan ani umurii kiyya kana keessatti rakkoolee na mudatan injifachuuf taasise dargaggoota akka kootiif akkasumas namoota akka koo rakkoo wal fakkaataa

Seenakoo kanarraa baradhaa Read More »

Sammuu ijoollee gabbisuuf maal gochuu qabna ?

Sammuu ijoollee gabbisuuf maal gochuu qabna ? 1. Hirriba Gaarii : Maatiif ijoollee raffisuun hojii guddaa tahuu danda’a. Hirribni sammuu daa’imaa gabbisuuf raffisuun gaariidha. 2. Muuziqaa : Keemikaalli doppaamiin jedhamuufi miira gaarii akka nutti dhagahamu taasisu yeroo muuziqaa dhaggeeffannu akka argannu ni hima. Ijoolleen of-ibsuufi haasa’uun yoo isaan rakkise muuziqaa itti banuun sammuun isaanii akka

Sammuu ijoollee gabbisuuf maal gochuu qabna ? Read More »

Istaadiyeemii dhukkubaa irraa of to’adhu.

Amala ofii to’achuu shaakaluun wan coomaa namni dirqamaan gochuu qabudha. Namoonni baay’een amaloota isaanii isaan dirqisiisan warra akka fedha nyaata, araada xuuxxa, dhugaatii fi saal qunnamtii wajjin wal’aanso qabu. Nyaanni namoota addunya kana garri caalan isaanii akka furdatan taasisa. Namoonni baay’een beelaaf utuu hin taanee, fedha isaani to’achuu dadhabanii baay’isanii nyaatu. Warri xuuxan warra hin

Istaadiyeemii dhukkubaa irraa of to’adhu. Read More »

Rakkoo kahu dhabu

Araada Fiilmii wal-qunnamtii saalaa ilaaluu

Biyya xaaliyaanii keessatti yuunibarsiitii Paadu’aa keessatti qorannoo gaggeefame tokko akka ibsutti dargagoonni 70% filmii walqunnamtii saalaa kakasuu inteernetii irratti utuu wal irraa hin kutiin ilaalan akka jiran warri qo’annaa wal’aansoo narvii bira ga’aniiru. Qorannoo amalaa inni kan biraan akka ibsutti, fedhii salqunnamtii dhabuun kan argamu warra fiilmii fedhii saal qunnamtii kakaasu ilaaluudhaan sammuu isaanii bashannansiisu

Araada Fiilmii wal-qunnamtii saalaa ilaaluu Read More »

Scroll to Top