Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu

Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu Akkuma beekamu dacheen Oromiyaa keenyaa laftishee baay’een kan maangoon uwwifamtedha. Namoonni baay’eenis maangoo soorachuuf akka salphaatti argachuu danda’u. Maangoon mootii ykn hangafa kuduraaf muduraa jedhamee beekama. Maangoon albuudota fi vitaminoota hedduus of keessaa waan qabuuf fayyaa fi ijaarsa qaama keenyaa keessatti qooda guddaa fudhata Faayidaawwan maangoo kunniinis: 1. Dhibee kaanserii […]

Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu Read More »