Home » Health Tips » Page 3

Health Tips

Hirriba dhabu

Hirriba Dhabuu fi furmaata isaa

Hirribni jiruu dhala namaa kessatti bakka ol’aanaa kan qabuufi namni tokko walumaa galatti hirriba osoo hin rafiin akka lubbuun jiraachuu hindandeenye beekamaadha. Haa ta’uu garuu turtiin dheerina hirribaa, yeroon hirriba itti rafnu, akkasumas qulqullinni hirribaa namaa namatti akkasumas umurii dhaan garaagarummaa guddaa qaba. Fakkenyaaf daa’imni xiqqoon yeroo ishii dheeraa hirriba irratti kan dabarsitu yoo ta’u […]

Hirriba Dhabuu fi furmaata isaa Read More »

Rakkoo kahu dhabu

Araada Fiilmii wal-qunnamtii saalaa ilaaluu

Biyya xaaliyaanii keessatti yuunibarsiitii Paadu’aa keessatti qorannoo gaggeefame tokko akka ibsutti dargagoonni 70% filmii walqunnamtii saalaa kakasuu inteernetii irratti utuu wal irraa hin kutiin ilaalan akka jiran warri qo’annaa wal’aansoo narvii bira ga’aniiru. Qorannoo amalaa inni kan biraan akka ibsutti, fedhii salqunnamtii dhabuun kan argamu warra fiilmii fedhii saal qunnamtii kakaasu ilaaluudhaan sammuu isaanii bashannansiisu

Araada Fiilmii wal-qunnamtii saalaa ilaaluu Read More »

Aarii garmalee , miidhaa Aariin fiduufi aarii akkamitti to’achuu dandeenya?

Aarii garmalee , miidhaa Aariin fiduufi aarii akkamitti to’achuu dandeenya? Dhala namaa tahee kan hin aarre hin jiru. Garuu aariin keenya aarii akkamiiti?. Sababni aarruufihoo maali? Mataa ofi hubatanii amala tasgabbiifi nageenya qabachuun mira aariifi diinummaa to’achuun ni danda’ama. Utuu hin aariin dura irra deebi’ii yaadi sababni isaa amala kan ukkaamsuufi dhabamsiisuun ni danda’ama. Maaliif

Aarii garmalee , miidhaa Aariin fiduufi aarii akkamitti to’achuu dandeenya? Read More »

Scroll to Top