Home » Health Tips » Sexual Health

Sexual Health

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu Wal qunnamtiin saalaa miira uumamaan namaaf kennameefi gaa’ela keenya bareechan keessaa tokkodha. Dubartoonni baay’een rakkoo hir’achuu fedhii wal-qunnamtii saalaa ykn wal qunnamtii saalaatti gammaduu dhabuu isaan mudata. Dubartiin tokko rakkoon akkasii ishee mudateera jechuuf wal-qunnamtii saalaa abbaa manaa ishee waliin raawwattutti gammachuu kan hin qabneefi fedhii saala abbaa manaa ishee guutuuf […]

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu Read More »

Obboleessakoon

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige Maatii isheef nama sadaffaadha. Guyyaa tokko bakka namni hin jirretti obboleessi ishee duubaan maree kuffisee gudeeduuf yaale. Erga uffata humnan irraa baasee, wal’aansoo fi cinninnaa hedduu booda injifattee jalaa baate. Wal’aansoon kun irra deddeebi’ee ishee mudannaan icciita ishee kana dhokfattee, adaada ishee bira teessee barachuu murteeffatte. Halkan dukkana ni sodaatti

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige Read More »

dhala dhabu

Maseenummaa/Dhala godhachuu dhabuu maaltu fida ?

Maseenummaa/Dhala godhachuu dhabuu maaltu fida Wantoota maseenummaa/dhala godhachuu dhabuu dhiiraa fidan Yeroo baay’ee hawaasa keenya biratti dhala dhabuun rakkoon dubartootaa qofa akka ta’etti ilaalama. Garuu rakkoon kun gama saala lameeniin kan mul’atu taha. Dhala godhachuu dhabuu dhiirootaaf kan nama saaxilan keessaa tokko hir’achuu baay’ina ispeermiidha. Wantoonni Kanaaf nama saaxilan:- Infeekshinii keessoo cidhaan dhiiraa(epididimo orchitis) Wantoota

Maseenummaa/Dhala godhachuu dhabuu maaltu fida ? Read More »

Rakkoo dafanii dhangalaasu

Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiirootaa

Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiirootaa Wal-qunnamtiin saalaa miira dhalaaf dhiirri tokko ittii gammadan keessaa tokkodha. Yeroo wal-qunnamtii saalaa yeroo dhiirri miira keessa galu fedhiin isaa amma sanyiin dhiiraa ykn ispeermiin irraa bahuutti ni dabala. Erga sanyiin dhiiraa ykn ispeermiin irraa ba’ee booda fedhiin isaa gadi bu’a, akkasumas qaamni saalaa isaa ka’ee tures humna

Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiirootaa Read More »

Rakkoo kahu dhabu

Rakkoo kahuu dhabuu qaama saalaa dhiiraa fi furmaatasaa

Qaamni saalaa dhiiraa qaama lallaafaa maashaawwan, kaartileeji, ujummoo fincaanii, ujummoowwan dhiigaafi narviiwwan garaagaraa of-keessaa qaba. Qaamni saalaa dhiiraa seeliiwwan dhifamuu ykn diriiruu danda’an of-keessaa qaba. Maashaawwan qaama saalaa keessatti argaman gidduu bakki duwwaa ykn space kan ujummoon dhiiga qulqulluu onneerraa fuudhame raabsuuf akkasumas dhiiga qulqulluu hin taane ammoo naannoo qaama saalaa irraa fuudhee gara onneefi

Rakkoo kahuu dhabuu qaama saalaa dhiiraa fi furmaatasaa Read More »

Rakkoo kahu dhabu

Araada Fiilmii wal-qunnamtii saalaa ilaaluu

Biyya xaaliyaanii keessatti yuunibarsiitii Paadu’aa keessatti qorannoo gaggeefame tokko akka ibsutti dargagoonni 70% filmii walqunnamtii saalaa kakasuu inteernetii irratti utuu wal irraa hin kutiin ilaalan akka jiran warri qo’annaa wal’aansoo narvii bira ga’aniiru. Qorannoo amalaa inni kan biraan akka ibsutti, fedhii salqunnamtii dhabuun kan argamu warra fiilmii fedhii saal qunnamtii kakaasu ilaaluudhaan sammuu isaanii bashannansiisu

Araada Fiilmii wal-qunnamtii saalaa ilaaluu Read More »

Scroll to Top