Home » Health Tips » Women's Health

Women’s Health

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu Wal qunnamtiin saalaa miira uumamaan namaaf kennameefi gaa’ela keenya bareechan keessaa tokkodha. Dubartoonni baay’een rakkoo hir’achuu fedhii wal-qunnamtii saalaa ykn wal qunnamtii saalaatti gammaduu dhabuu isaan mudata. Dubartiin tokko rakkoon akkasii ishee mudateera jechuuf wal-qunnamtii saalaa abbaa manaa ishee waliin raawwattutti gammachuu kan hin qabneefi fedhii saala abbaa manaa ishee guutuuf […]

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu Read More »

Rakkoo dafanii dhangalaasu

Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiirootaa

Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiirootaa Wal-qunnamtiin saalaa miira dhalaaf dhiirri tokko ittii gammadan keessaa tokkodha. Yeroo wal-qunnamtii saalaa yeroo dhiirri miira keessa galu fedhiin isaa amma sanyiin dhiiraa ykn ispeermiin irraa bahuutti ni dabala. Erga sanyiin dhiiraa ykn ispeermiin irraa ba’ee booda fedhiin isaa gadi bu’a, akkasumas qaamni saalaa isaa ka’ee tures humna

Rakkoo dafanii dhangalaasuu yeroo wal-qunnamtii saalaa dhiirootaa Read More »

Umrii malee aarri

Umurii malee namni maaf aarrii baasa?

Umurii malee namni maaf aarrii baasa Aarriin umuruu waliin wal qabataa? Deebiin , Eeeyyes , lakkis jechuu dandeenya. Umurii dargaggummaa ykn umurii ga’eessaa geessanii utuu hangafni keessan ykn maatiin keessan aarii hin basin aarrii baastaniittuu? ykn nama umurii dargagummaatti aarri baase argitanii? Kun maaliirraa kan kahe namatti dhufa? Maaltu umurii malee aarrii nama baasisa? Akkamittis

Umurii malee namni maaf aarrii baasa? Read More »

Scroll to Top