Home » Top Stories

Top Stories

Dhibeen Vaayirasii Tiruu namoota hedduu miidhaa jira

Dhibeen Vaayirasii Tiruu namoota hedduu miidhaa jira Dhukkubni tiruu kan” viral hepatitis” jedhamu gosoota vaayiresii shan (hepatitis A, hepatitis B, hepatitis C, hepatitis D fi hepatitis E virus) irraan kan nama qabu yoo ta’u, rakkoo tiruu yeroo dheeraa kan fidan hepatitis B fi C qofadha. Yeroo amma vaayiresiin sodaachisaa fi biyya keenya keessattis lubbuu hedduu […]

Dhibeen Vaayirasii Tiruu namoota hedduu miidhaa jira Read More »

Infeekshinii Kaleefi Afuuffee Fincaanii(Urinary tract infection)

Infeekshinii Kaleefi Afuuffee Fincaanii(Urinary tract infection) Kaleen  keenya kutaa qaama keenyaa keessaa gara walakkeessa cinaacha keenya bitaafi mirgatti kan argamudha. Namni uumamaan kalee lama qaba. Garuu namoota baay’ee muraasa ta’anirratti uumamumaan namni kalee tokkoon dhalatu ykn kaleen isaa gadi bu’ee dhalatu jira. Kaleen keenya dhiiga onneerraa madduun gara kalee keenyaa deeman erga dhimbiibee /calalee booda

Infeekshinii Kaleefi Afuuffee Fincaanii(Urinary tract infection) Read More »

Obboleessakoon

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige Maatii isheef nama sadaffaadha. Guyyaa tokko bakka namni hin jirretti obboleessi ishee duubaan maree kuffisee gudeeduuf yaale. Erga uffata humnan irraa baasee, wal’aansoo fi cinninnaa hedduu booda injifattee jalaa baate. Wal’aansoon kun irra deddeebi’ee ishee mudannaan icciita ishee kana dhokfattee, adaada ishee bira teessee barachuu murteeffatte. Halkan dukkana ni sodaatti

Obboleessakoon gudeedamuun jireenyakoof gaa’elakoo diige Read More »

Beauty of face tips

Bareedina fuula keenyaaf (For the beauty of our face)

Bareedina gogaa qaama keenyaa Uumaan keenya gogaa qaamaa keenyaa bareechee nu uume. Bareedina fi qulqullina gogaa jechuun bifa magaalaa, diimaa ykn Adii qabaachuu osoo hin taane gogaan keenya bareedaa, lallaafaafi Kan ofirraa madaa, bugurii fi kkf hin qabnedha. Wantoota nuti Guyyaa guyyaan goonu, nyaannu fi dhugnu Bareedina fuula keenyaa irratti dhiibbaa ni qabu Mee Bareedina

Bareedina fuula keenyaaf (For the beauty of our face) Read More »

Rakkoo kahu dhabu

Araada Fiilmii wal-qunnamtii saalaa ilaaluu

Biyya xaaliyaanii keessatti yuunibarsiitii Paadu’aa keessatti qorannoo gaggeefame tokko akka ibsutti dargagoonni 70% filmii walqunnamtii saalaa kakasuu inteernetii irratti utuu wal irraa hin kutiin ilaalan akka jiran warri qo’annaa wal’aansoo narvii bira ga’aniiru. Qorannoo amalaa inni kan biraan akka ibsutti, fedhii salqunnamtii dhabuun kan argamu warra fiilmii fedhii saal qunnamtii kakaasu ilaaluudhaan sammuu isaanii bashannansiisu

Araada Fiilmii wal-qunnamtii saalaa ilaaluu Read More »

Scroll to Top