Sammuu ijoollee gabbisuuf maal gochuu qabna ?

Sammuu ijoollee gabbisuuf maal gochuu qabna ? 1. Hirriba Gaarii : Maatiif ijoollee raffisuun hojii guddaa tahuu danda’a. Hirribni sammuu daa’imaa gabbisuuf raffisuun gaariidha. 2. Muuziqaa : Keemikaalli doppaamiin jedhamuufi miira gaarii akka nutti dhagahamu taasisu yeroo muuziqaa dhaggeeffannu akka argannu ni hima. Ijoolleen of-ibsuufi haasa’uun yoo isaan rakkise muuziqaa itti banuun sammuun isaanii akka […]

Sammuu ijoollee gabbisuuf maal gochuu qabna ? Read More »