Home » The Latest

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu

Fedhii walqunnamtii saalaa dhabuu Wal qunnamtiin saalaa miira uumamaan namaaf kennameefi gaa’ela keenya bareechan keessaa tokkodha. Dubartoonni baay’een rakkoo hir’achuu fedhii wal-qunnamtii saalaa ykn wal qunnamtii saalaatti gammaduu dhabuu isaan...

Read More

Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu

Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu Akkuma beekamu dacheen Oromiyaa keenyaa laftishee baay’een kan maangoon uwwifamtedha. Namoonni baay’eenis maangoo soorachuuf akka salphaatti argachuu danda’u. Maangoon mootii ykn hangafa kuduraaf muduraa jedhamee...

Read More

Infeekshinii Kalee fi Afuuffee Fincaanii

Kaleen keenya kutaa qaama keenyaa keessaa gara walakkeessa cinaacha keenya bitaafi mirgatti kan argamudha. Namni uumamaan kalee lama qaba. Garuu namoota baay’ee muraasa ta’anirratti uumamumaan namni kalee tokkoon dhalatu ykn...

Read More
Scroll to Top